Tarree Maqaa, Suuraa fi Ergaa Hooggantoota Paartii Badhaadhinaa Damee
Obboo Geetachoo Ayyalaa Lamuu
I/G Waajjiraa Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Beeroo
Olaantumaa yaadama Paartii Badhaadhinaa lafa qabsiisuun badhaadhina hunda galeessa fiduuf ga'ee narraa barbaadamu nan ba'adha.
Email: getachewayele@gmail.com
Obboo Hayiluu Sarbeessaa Tujuu
I/G Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Beeroo
Olaantummaa yaadama Paartii Badhaadhina mirkaneessuuf hojimaata paartii lafa qabsiisuun gurmaa’insa keenya sadarkaan jiru cimsuun hojiiwwan paartii fi mootummaa gama siyaasaa, dinagdee, misoomaafi nageenyaan jiru mirkaneessuuf marii hawaasa bal'a gaggeessuun xiinxala kutaalee hawaasaa hunda gaggeessuun fayyalessummaa keessoo paartii keenyaa akka eegamu nan taasisa.
Email: hailuserbesa37@gmail.com
Aaddee Almaaz Asaffaa Fayyisaa
I/G Ijaarsaa Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Beeroo
Gurmaa'insa cimaa uumuun olaantummaa yaadama paartii lafa qabsiisuun paartii cimaa fi mootummaa cimaa raawwii olaanaa galmeessisee taasisuuf ga'eekoo nan ba'a
Email: almazasefa747@gmail.com
